17 : 72
وَمَن كَانَ فِي هَٰذِهِۦٓ أَعۡمَىٰ فَهُوَ فِي ٱلۡأٓخِرَةِ أَعۡمَىٰ وَأَضَلُّ سَبِيلٗا
Namni (addunyaa) tana keessatti jaamaa (qalbii) ta’e,inni aakhiraa keessattis jaamaadha; karaadhaanis irra jallataadha.