Skip to content
الإسرَاء /

Ayah 73

17 : 73

Ayah 73 of الإسرَاء (17 : 73). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الإسرَاء Ayahs 111
17 : 73

وَإِن كَادُواْ لَيَفۡتِنُونَكَ عَنِ ٱلَّذِيٓ أَوۡحَيۡنَآ إِلَيۡكَ لِتَفۡتَرِيَ عَلَيۡنَا غَيۡرَهُۥۖ وَإِذٗا لَّٱتَّخَذُوكَ خَلِيلٗا

Dhugumatti, isaan waan Nuti gara keetti wahyii goone irraa si jallisuutti dhiyaatanii turan. akka ati soba isaan ala ta’e Nu irratti uumtuuf jecha. Oggas jaalallee si taasifatu ture.