Skip to content
النَّحل /

Ayah 13

16 : 13

Ayah 13 of النَّحل (16 : 13). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 13

وَمَا ذَرَأَ لَكُمۡ فِي ٱلۡأَرۡضِ مُخۡتَلِفًا أَلۡوَٰنُهُۥٓۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَأٓيَةٗ لِّقَوۡمٖ يَذَّكَّرُونَ

Bifti isaanii adda adda ta’ee wantoota dachii keessatti isiniif uumes (isiniif laaffise). Dhugumatti, kana keessa namoota gorfamaniif mallattootu jira.