Skip to content
الرَّعد /

Ayah 15

13 : 15

Ayah 15 of الرَّعد (13 : 15). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الرَّعد Ayahs 43
Surah · الرَّعد
oromoo · Ababor
13 : 15

وَلِلَّهِۤ يَسۡجُدُۤ مَن فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ طَوۡعٗا وَكَرۡهٗا وَظِلَٰلُهُم بِٱلۡغُدُوِّ وَٱلۡأٓصَالِ۩

Wantoonni samiileefi dachii keessa jiran Rabbiif sujuuda godhu. kan jaalataniifi kan jibban ta’anii, Gaaddidduuwwan isaaniis ganamaafi galgala keessatti.

Explanation & meanings · 1
  1. bakka kanatti sujuuda tilaawaa (qaraatii qur'aanaa) sujuuduu barbaachisa. inni qur'aana keessa bakka 15 jira.