Skip to content
يُوسُف /

Ayah 51

12 : 51

Ayah 51 of يُوسُف (12 : 51). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُوسُف Ayahs 111
Surah · يُوسُف
oromoo · Ababor
12 : 51

قَالَ مَا خَطۡبُكُنَّ إِذۡ رَٰوَدتُّنَّ يُوسُفَ عَن نَّفۡسِهِۦۚ قُلۡنَ حَٰشَ لِلَّهِ مَا عَلِمۡنَا عَلَيۡهِ مِن سُوٓءٖۚ قَالَتِ ٱمۡرَأَتُ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡـَٰٔنَ حَصۡحَصَ ٱلۡحَقُّ أَنَا۠ رَٰوَدتُّهُۥ عَن نَّفۡسِهِۦ وَإِنَّهُۥ لَمِنَ ٱلصَّٰدِقِينَ

(Mootichis) “Yeroo Yuusufiin (qunn-amtii saalaatiif) lubbuu isaa irra isa abaabbaltan haalli keessan maal ture” jedheen. (Dubartoonni) ni jedhan: “Rabbiin qulqullaa’ee hamtuu tokkollee isa irratti hin beeknu”. Niitiin mootichaa nijette “Amma dhugaan ifa ta’eera, Anatu (qunnamtii saalaatiif)lubbuu isaa isa abaabbale, Dhugumatti, inni warreen dhugaa dubbatan irraayyi”.

Explanation & meanings · 1
  1. mooticha fuulduratti dubartoonni gaafatamanii qulqullummaa yuusf ragaa bahan, jaartiin mootichaatis yuusuf qulqulluu tahuufii tan badii hojjachuuf yaalte isii tahuu amante.