Skip to content
Surah List /

الكَوثر

الكَوثر is chapter 108 of the Quran and has 3 verses. This page presents it in full in the Uthmani script, with a verse-by-verse translation of its meaning.

3 Ayahs Surah No. 108
Go to ayah
oromoo · Ababor
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

إِنَّآ أَعۡطَيۡنَٰكَ ٱلۡكَوۡثَرَ

Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra.

Explanation & meanings · 1
  1. kowsar laga jannatarraa tahe kan nabiif kennamuudhas jedhame.

فَصَلِّ لِرَبِّكَ وَٱنۡحَرۡ

Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali.

إِنَّ شَانِئَكَ هُوَ ٱلۡأَبۡتَرُ

Dhugumatti, kan si jibbu isuma kan qaccee cite (kheyrii hunda irraa cite).