Skip to content
يُونس /

Ayah 49

10 : 49

Ayah 49 of يُونس (10 : 49). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يُونس Ayahs 109
Surah · يُونس
oromoo · Ababor
10 : 49

قُل لَّآ أَمۡلِكُ لِنَفۡسِي ضَرّٗا وَلَا نَفۡعًا إِلَّا مَا شَآءَ ٱللَّهُۗ لِكُلِّ أُمَّةٍ أَجَلٌۚ إِذَا جَآءَ أَجَلُهُمۡ فَلَا يَسۡتَـٔۡخِرُونَ سَاعَةٗ وَلَا يَسۡتَقۡدِمُونَ

Jedhi “ ani lubbuu kiyyaaf miidhaas ta’ee bu’aas fiduu hin danda’u Waan Rabbiin fedhe malee, Ummata hundaaf beellamatu jira. Yeroo beellamni isaanii dhufe, sa’aatii tokkos booda hin aanan; duras hin dabran.”