«Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne».
Abuu Hamzaa Anas ibnu Maalik -khaadima ergamaa Rabbii Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irraa odeeffamee -Rabbi isa irraa haa jaallatu- nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne».
«لاَ يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- tokkoo muslimootaaf iimaanni guutuun dhugaa akka hin taanef ibsani, hanga Rabbiin ajajamuu fi gosoota khayrii diinii fi duuniyaa waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti, akkasuma waan lubbuu ofiitiif jibus isaaf jibbuutti, obboleessa isaa muslimaa diinii isaa keessatti hirdhina yoo irratti arge, isa sirreessuuf carraaqa, toltuu yoo irratti arges isa jajjabeessee isa gargaara, dhimma isaa diinii fi duuniyaa irratti isa gorsa.
Namni waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallachuun dirqama ta'uu isaa; nama waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif hin jaallanne irraa iimaana mormuun faallaan isaa dirqama ta'uu ibsa.
Obbolummaan karaa Rabbii obbolummaa gosaatii oli, haqni isaas dirqama dirqamaa oliiti.
Jechoota fi gochoota irraa hundi waan jaalala kana faallessuu akka gowwoomsaa, komii, inaaffaa fi lubbuu muslimaatti yookaan qabeenya isaa yookaan kabajaa isaatti diinomuu hraama ta'uu isaa.
Jechoota garii kan hojiitti nama kakaasan fayyadamuu; "obboleessa isaa" jecha jedhu waan fayyadameef.
Aalimni kirmaanii jedhamu -Rabbi isaaf haa araaramu- akkas jedhe: hamtuu irraa waan lubbuu ofiitiif jibbe obboleessa isaatiifis jibbuun iimaana irraati; dubbachuu wonti dhiifameef; waan tokko jaallachuun faallaa isaa jibbuu of keessatti qabata, kun waan ga'aa ta'eef isa dubbachuu dhiise.
Sahiiha Bukhaarii (1/ 12) (13).
Sahiiha Muslim (1/ 67) (45).
Dabalata (23)
التحفة الربانية في شرح الأربعين حديثًا النووية.
مطبعة دار نشر الثقافة.
الإسكندرية.
الطبعة: الأولى.
1380 هـ.
شرح الأربعين النووية.
للشيخ ابن عثيمين.
دار الثريا للنشر.
فتح القوي المتين في شرح الأربعين وتتمة الخمسين.
دار ابن القيم.
الدمام المملكة العربية السعودية.
الطبعة: الأولى.
1424هـ/2003م.
الفوائد المستنبطة من الأربعين النووية.
للشيخ عبد الرحمن البراك.
دار التوحيد للنشر.
الرياض.
الأحاديث الأربعون النووية وعليها الشرح الموجز المفيد.
لعبد الله بن صالح المحسن.
نشر: الجامعة الإسلامية.
المدينة المنورة.
الطبعة: الثالثة.
404هـ/1984م.
Cited in books
16 BooksDabalata (15)
- الحديث زاد 4الحديث 4«لا يُؤْمنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ ما يُحِبُّ لِنَفْسِهِ».
- المناهج التعليمية - الصف السادسالمناهج الدراسية - الحديث - الصف السادس - الفصل الثاني«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- تحفة الأخيار تحفة الأخيار (ببيان جملة نافعة مما ورد في الكتاب والسنة من الأدعية والأذكار)«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى يُحِبَّ لأَِخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ» [101]
- سؤال وجواب حول الإسلام«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ؛ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»[74].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»[91].
- ما لا يسع أطفال المسلمين جهله«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»[196].
- مجموعة زاد الحديث(2)1«لاَ يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ، حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ».
- مجموعة زاد الحديث(3)1«حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- مشروع المنهج التعليميمادة الحديث مستوى 1«لا يُؤْمِنُ أَحدُكُمْ حتى يُحِبّ لأِخِيه ما يُحِبّ لِنَفْسِهِ»
- مشروع المنهج التعليميمادة الحديث مستوى 2«لَا يُؤْمِنُ أحَدُكُمْ، حتَّى يُحِبَّ لأخِيهِ ما يُحِبُّ لِنَفْسِهِ».
- نبراس طالب (1)1«لاَ يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- نبراس طالب (1)1«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- نبراس طالب (1)1«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»
- نبراس طالب (3)نبراس طالب 3«لَا يُؤْمِنُ أَحَدُكُمْ حَتَّى يُحِبَّ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ»