waan ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ittiin na erganiin si erguu? siidaa kamuu isa dhabamsiiftu malee akka isa hin dhiifne, qabrii ol ka'ee mul'atu kamuu wol qixxeessitu malee akka hin dhiifne.
Abuu Al-Hayyaaj Al-Asadii irraa akka odeeffametti ni jedhe:
Aliyyii ibnu Abii Xaalib akkas naan jedhe: waan ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ittiin na erganiin si erguu? siidaa kamuu isa dhabamsiiftu malee akka isa hin dhiifne, qabrii ol ka'ee mul'atu kamuu wol qixxeessitu malee akka hin dhiifne.
قَالَ لِي عَلِيُّ بْنُ أَبِي طَالِبٍ: أَلَا أَبْعَثُكَ عَلَى مَا بَعَثَنِي عَلَيْهِ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ؟ أَنْ لَا تَدَعَ تِمْثَالًا إِلَّا طَمَسْتَهُ، وَلَا قَبْرًا مُشْرِفًا إِلَّا سَوَّيْتَهُ.
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- sahaabota isaanii siidaa kamuu -inni suuraa waan lubbuu qabuu kan bifa qaamaatiin bocame yookaan kan hin bocamneedha- isa dhabamsiisanu malee yookaan isa haqanu malee akka hin dhiifneetti ergaa turani. akkasuma qabrii ol ka'aa kamuu dachiin wol qixxeessanii, ijaarsa isa irra jiru diigan malee akka hin dhiifne, yookaan immoo diriiraa dachii irraa hedduu ol hin fuudhamne taasisan malee akka hin dhiifne , hanga taakkuu tokkoo ol fuudhama.
...:
waan lubbuu qabu suuraa kaasuun haraama ta'uu isaa; karaa shirkiitti qaqqabsiisu irraa waan ta'eef.
nama aangoo qabuuf yookaan humna itti qabuuf harkaan badii deebisuun karaa godhamuu isaa.
suuraa, siidaa fi ijaarsa qabrii irraa fi hunda waan hambaa jaahiliyyaatti akeeku dhabamsiisuuf bolola nabiyyiin qabanu -Raabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu-.
Sahiiha Muslim (2/ 666) (969).
Dabalata (8)
القول المفيد على كتاب التوحيد.
لابن عثيمين (2/ 446).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
لصالح الفوزان (ص402).
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
لمحمد القرعاوي (ص447).
كتاب التوحيد.
للإمام محمد بن عبد الوهاب (ص138).
Cited in books
3 BooksDabalata (3)
- شرح الصدور بتحريم رفع القبور«أَنْ لَا أَدَعَ تِمْثَالًا إِلَّا طَمَسْتُهُ، وَلَا قَبْرًا مُشْرِفًا إِلَّا سَوَّيْتُهُ»[14].
- عقيدة التوحيد(ألا أبعثك على ما بعثني عليه رسول الله صلى الله عليه وسلم؟ أن لا تدع تمثالًا إلا طمسته، ولا قبرًا مشرفًا إلا سوَّيته)
- مجموعة زاد العقيده (4)العقيدة 4أَلا أَبْعَثُكَ على ما بَعَثَنِي عَلَيْهِ رسولُ الله صلى الله عليه وسلم؟ «أَنْ لا تَدَعَ تِمْثالًا إِلَّا طَمَسْتَهُ، وَلا قَبْرًا مُشْرِفًا إِلَّا سَوَّيْتَهُ».