Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha».
Aa'ishaa Haadha Mu’umintootaa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu, akkas jette:
Yaa Ergamaa Rabbii, jihaadni irra caalaa hojii ta'uudha agarra, niti jihaada hin goonuu? isaanis akkana jedhan: «Lakkii, garuu irra caalaan jihaadaa: Hajjii qulqulluudha».
يَا رَسُولَ اللَّهِ، نَرَى الجِهَادَ أَفْضَلَ العَمَلِ، أَفَلاَ نُجَاهِدُ؟ قَالَ: «لَا، لَكُنَّ أَفْضَلُ الجِهَادِ: حَجٌّ مَبْرُورٌ».
Sahaabaan - Rabbiin irraa haa jaallatu-, Rabbiif jecha jihaada fi diinan loluu irra caalaa hojiilee ta'utti kan ilaalan ta'an, Kanaaf Aa'ishaan Rabbiin irraa haa jaallatu dubartoonni akka jihaada godhan nabiyyii -nagaa fi rahmanni irraa haa jiraatu- gaafatte? Isaanis -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- dubartoota ilaalchisee gara irra caalaa jihaadatti isaan qajeelchan, innis Hajjii qulqulluu Qur’aanaa fi Sunnaan wal simatu kan cubbuu fi na argii irraa bilisa ta’eedha.
Jihaada gochuun dhiirotaaf irra caalaa hojiilee akka ta'eedha.
Dubartootaaf Hajjii gochuun jihaada irra caala, inni isaanif irra caalaa hojiilee keessaa isa tokko.
Hojiileen akka hojjetaatin wal caaltiidha, garaagarummaas qabaatti.
Hajjiin jihaada wanti jedhameef qabsoo lubbuu ofii waliin gadhan waan ta'eef jecha, akkasumas qabeenya fi qaama aarsaa gochuu waan of keessaa qabuuf jecha, waan of keessaa qabuuf, kanaaf inni akkuma karaa Rabbii keessatti qabsaa'utti ibaadaa qaamaa fi qabeenyaati.
Sahiiha Bukhaarii (2/ 133) (1520).
Dabalata (6)
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (2/ 402).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمصطفى الخِن وغيره (2/ 902).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (5/ 321).
Cited in books
3 BooksDabalata (3)
- آداب السفر وأحكامهآداب السفر وأحكامه (للحرمين)يَا رَسُولَ اللهِ، نَرَى الجِهَادَ أَفْضَلَ الْعَمَلِ، أَفَلَا نُجَاهِدُ؟ قَالَ: «لَا، لَكُنَّ أَفْضَلَ الْجِهَادِ حَجٌّ مَبْرُورٌ» [49].
- المختصر في آداب السفر وصفة الحج والعمرة وآداب الزيارة والأدعية الجامعة مع ملحق بالفتاوى والمخالفات1- آداب السفر وأحكامه (للحرمين)يَا رَسُولَ اللهِ، نَرَى الجِهَادَ أَفْضَلَ الْعَمَلِ، أَفَلَا نُجَاهِدُ؟ قَالَ: «لَا، لَكُنَّ أَفْضَلَ الْجِهَادِ حَجٌّ مَبْرُورٌ» [49].
- نبراس طالب (5)1يَا رَسُولَ اللَّهِ، نَرَى الجِهَادَ أَفْضَلَ العَمَلِ، أَفَلاَ نُجَاهِدُ؟ قَالَ: «لاَ، لَكِنَّ أَفْضَلَ الجِهَادِ حَجٌّ مَبْرُورٌ»