9 : 87
رَضُواْ بِأَن يَكُونُواْ مَعَ ٱلۡخَوَالِفِ وَطُبِعَ عَلَىٰ قُلُوبِهِمۡ فَهُمۡ لَا يَفۡقَهُونَ
Warra (duula irraa) hafan wajjiin ta’uu jaalatan. Onneewwan isaanii irratti cufameera, isaan hin hubatanu.