79 : 26 إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبۡرَةٗ لِّمَن يَخۡشَىٰٓ Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira.