78 : 25 إِلَّا حَمِيمٗا وَغَسَّاقٗا Bishaan akkaan danfaafi malaa malee [dhugaatii biraa hin argatanu].