75 : 10 يَقُولُ ٱلۡإِنسَٰنُ يَوۡمَئِذٍ أَيۡنَ ٱلۡمَفَرُّ Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha.