7 : 83
فَأَنجَيۡنَٰهُ وَأَهۡلَهُۥٓ إِلَّا ٱمۡرَأَتَهُۥ كَانَتۡ مِنَ ٱلۡغَٰبِرِينَ
Isaafi maatii isaa nagaya baasne. Niitiin isaa malee isiin warra (adabbii keessatti) hafan irraa taate.
Ayah 83 of الأعرَاف (7 : 83). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.