7 : 206
إِنَّ ٱلَّذِينَ عِندَ رَبِّكَ لَا يَسۡتَكۡبِرُونَ عَنۡ عِبَادَتِهِۦ وَيُسَبِّحُونَهُۥ وَلَهُۥ يَسۡجُدُونَۤ۩
Dhugumatti, isaannan Gooftaa kee bira jiran Isa gabbaruu irraa hin boonanu; Isa qulqulleessu; Isaaf sujuuda godhu.
Explanation & meanings · 1
- bakka tanatti namni qur'aana qarau sujuuda tokko godha. sujuuda tilaawaa (qaraatii qur'aanaa) jedhama. sunnaa jaalatamaadha. inni qur'aana keessa bakka 15 jira.