Skip to content
الأعرَاف /

Ayah 162

7 : 162

Ayah 162 of الأعرَاف (7 : 162). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأعرَاف Ayahs 206
7 : 162

فَبَدَّلَ ٱلَّذِينَ ظَلَمُواْ مِنۡهُمۡ قَوۡلًا غَيۡرَ ٱلَّذِي قِيلَ لَهُمۡ فَأَرۡسَلۡنَا عَلَيۡهِمۡ رِجۡزٗا مِّنَ ٱلسَّمَآءِ بِمَا كَانُواْ يَظۡلِمُونَ

Isaan irraa warri miidhaa hojjatan jecha isaanin jedhameen ala isa biraa jijjiiran,azaaba samii irraa isaan irratti ergine Waan miidhaa hojjataa turaniif jecha.

Explanation & meanings · 1
  1. jecha jirhiiruun isaanii kan Rabbiin araarama kadhataa seenaa isaaniin jedhe isaan habbatun fii sha'iiratin (firii garbuu barbaanna) jechaa seenan. akkasuma kan sujuudaa seenaa isaaniin jedhame taa'aa isaaniitiin lafarra shorroqaa seenan.saniif Rabbiin itta dallanee azaaba samirraa itti buuse. [ tafsiira saidii/ teysiir].