6 : 73
وَهُوَ ٱلَّذِي خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضَ بِٱلۡحَقِّۖ وَيَوۡمَ يَقُولُ كُن فَيَكُونُۚ قَوۡلُهُ ٱلۡحَقُّۚ وَلَهُ ٱلۡمُلۡكُ يَوۡمَ يُنفَخُ فِي ٱلصُّورِۚ عَٰلِمُ ٱلۡغَيۡبِ وَٱلشَّهَٰدَةِۚ وَهُوَ ٱلۡحَكِيمُ ٱلۡخَبِيرُ
Inni Isa samiileefi dachii dhugaan uume. Guyyaa ‘ta’i’ jennaan achumaan ta’u san [yaadadhu]. Jechi Isaa dhugaadha.mootummaan isaaf tahe. Guyyaa xurumbaan afuufamu. Inni beekaa fagoo (gheybii)fi dhihooti. Inni ogeessa, keessa beekaadha.