Skip to content
الأنعَام /

Ayah 118

6 : 118

Ayah 118 of الأنعَام (6 : 118). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الأنعَام Ayahs 165
6 : 118

فَكُلُواْ مِمَّا ذُكِرَ ٱسۡمُ ٱللَّهِ عَلَيۡهِ إِن كُنتُم بِـَٔايَٰتِهِۦ مُؤۡمِنِينَ

Yoo keeyyattoota Isaatti kan amantan taataniif, waan maqaan Rabbii irratti dubbatame irraa qofa nyaadhaa.

Explanation & meanings · 1
  1. beyladaa yeroo gorra'amtu bismillaah itti jedhame irraa nyaadhaa jechuudha.