Skip to content
المَائدة /

Ayah 57

5 : 57

Ayah 57 of المَائدة (5 : 57). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 57

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَتَّخِذُواْ ٱلَّذِينَ ٱتَّخَذُواْ دِينَكُمۡ هُزُوٗا وَلَعِبٗا مِّنَ ٱلَّذِينَ أُوتُواْ ٱلۡكِتَٰبَ مِن قَبۡلِكُمۡ وَٱلۡكُفَّارَ أَوۡلِيَآءَۚ وَٱتَّقُواْ ٱللَّهَ إِن كُنتُم مُّؤۡمِنِينَ

isin Yaa warra amantan! Warra amantii keessan qishinaafi tapha taasisan kan isaan isin dura kitaaba kennamaniifi kaafiroota irraa ta’an jaalallee hin taasifatinaa, Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa.