Skip to content
المَائدة /

Ayah 55

5 : 55
المَائدة Ayahs 120
5 : 55

إِنَّمَا وَلِيُّكُمُ ٱللَّهُ وَرَسُولُهُۥ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ ٱلَّذِينَ يُقِيمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَيُؤۡتُونَ ٱلزَّكَوٰةَ وَهُمۡ رَٰكِعُونَ

Dhugumatti, jaalalleen keessan Rabbiifi ergamaa Isaati Ammas isaan amanan, kanneen salaata dhaabaniifi kan rukuu'a godhan ta'aa zakaa kennaniidha.