Skip to content
المَائدة /

Ayah 101

5 : 101

Ayah 101 of المَائدة (5 : 101). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

المَائدة Ayahs 120
5 : 101

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَسۡـَٔلُواْ عَنۡ أَشۡيَآءَ إِن تُبۡدَ لَكُمۡ تَسُؤۡكُمۡ وَإِن تَسۡـَٔلُواْ عَنۡهَا حِينَ يُنَزَّلُ ٱلۡقُرۡءَانُ تُبۡدَ لَكُمۡ عَفَا ٱللَّهُ عَنۡهَاۗ وَٱللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٞ

Yaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif taasifamte isin hammeessitu irraa hin gaafatinaa. Yoo yeroo Qur’aanni buufamu ishee irraa gaafattan, ifa isiniif taasifamti. Rabbiin ishee irra dabreera. Rabbiin araaramaa obsaadha.