Skip to content
الزُّخرُف /

Ayah 81

43 : 81
الزُّخرُف Ayahs 89
43 : 81

قُلۡ إِن كَانَ لِلرَّحۡمَٰنِ وَلَدٞ فَأَنَا۠ أَوَّلُ ٱلۡعَٰبِدِينَ

(Yaa Muhammad!) jedhi: “yoo Rahmaaniif ilmi jiraatee, silaa anatu jalqaba warra (isa)(ilma san) gabbaraniiti.”

Explanation & meanings · 1
  1. garuu Rabbiin ilma hinqabu, kanarraa qulqullaawwe.