Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 89

4 : 89

Ayah 89 of النِّسَاء (4 : 89). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 89

وَدُّواْ لَوۡ تَكۡفُرُونَ كَمَا كَفَرُواْ فَتَكُونُونَ سَوَآءٗۖ فَلَا تَتَّخِذُواْ مِنۡهُمۡ أَوۡلِيَآءَ حَتَّىٰ يُهَاجِرُواْ فِي سَبِيلِ ٱللَّهِۚ فَإِن تَوَلَّوۡاْ فَخُذُوهُمۡ وَٱقۡتُلُوهُمۡ حَيۡثُ وَجَدتُّمُوهُمۡۖ وَلَا تَتَّخِذُواْ مِنۡهُمۡ وَلِيّٗا وَلَا نَصِيرًا

Odoo isin akkuma isaan kafaran kafartanii isaan waliin wal qixa taatanii jaalatu. Hanga karaa Rabbii keessatti godaananitti isaan irraa jaalallee hin qabatinaa. Yoo isaan gara galan, isaan qabaatii bakka argitanitti isaan ajjeesaa.Isaan irraas jaalalleefi gargaaraa hin godhatinaa.