Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 63

4 : 63

Ayah 63 of النِّسَاء (4 : 63). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 63

أُوْلَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ يَعۡلَمُ ٱللَّهُ مَا فِي قُلُوبِهِمۡ فَأَعۡرِضۡ عَنۡهُمۡ وَعِظۡهُمۡ وَقُل لَّهُمۡ فِيٓ أَنفُسِهِمۡ قَوۡلَۢا بَلِيغٗا

Isaan warra waan onneewwan isaanii keessa jiru Rabbiin beekuudha.Isaan irraa gara gali. Isaan gorsi. Jecha hoonga gahaa lubbuu isaanii keessatti isaaniin jedhi.