Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 170

4 : 170

Ayah 170 of النِّسَاء (4 : 170). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النِّسَاء Ayahs 176
4 : 170

يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ قَدۡ جَآءَكُمُ ٱلرَّسُولُ بِٱلۡحَقِّ مِن رَّبِّكُمۡ فَـَٔامِنُواْ خَيۡرٗا لَّكُمۡۚ وَإِن تَكۡفُرُواْ فَإِنَّ لِلَّهِ مَا فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِۚ وَكَانَ ٱللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمٗا

isin Yaa namootaa! Dhugumatti, ergamaan Gooftaa keessan irraa ta’ee dhugaan isinitti dhufeeraa; isatti amanaa caalaa isiniif (ta'aa). Yoo kafartan, wantoonni samiifi dachii keessaa kan Rabbiiti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta’eera.