Skip to content
النِّسَاء /

Ayah 161

4 : 161
النِّسَاء Ayahs 176
4 : 161

وَأَخۡذِهِمُ ٱلرِّبَوٰاْ وَقَدۡ نُهُواْ عَنۡهُ وَأَكۡلِهِمۡ أَمۡوَٰلَ ٱلنَّاسِ بِٱلۡبَٰطِلِۚ وَأَعۡتَدۡنَا لِلۡكَٰفِرِينَ مِنۡهُمۡ عَذَابًا أَلِيمٗا

Dhalas odoo dhugumaan irraa dhorgamanii jiranuu fudhachuu isaaniitiin, horii namaa karaa malee waan nyaataniif (isaan abaarre), Kaafiroota isaan irraa ta'aniif adabbii laalessaa qopheessineerra.