4 : 143
مُّذَبۡذَبِينَ بَيۡنَ ذَٰلِكَ لَآ إِلَىٰ هَٰٓؤُلَآءِ وَلَآ إِلَىٰ هَٰٓؤُلَآءِۚ وَمَن يُضۡلِلِ ٱللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُۥ سَبِيلٗا
Gidduu kanatti dhama'oo ta'anii gara isaan kanaas miti; gara isaan sanaas miti. Nama Rabbiin jallise, karaa (qajeelumaa) isaaf hin argitu.