Skip to content
يسٓ /

Ayah 70

36 : 70

Ayah 70 of يسٓ (36 : 70). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

يسٓ Ayahs 83
Surah · يسٓ
oromoo · Ababor
36 : 70

لِّيُنذِرَ مَن كَانَ حَيّٗا وَيَحِقَّ ٱلۡقَوۡلُ عَلَى ٱلۡكَٰفِرِينَ

Akka inni nama jiraa ta’e akeekkachiisuufi kaafiroota irratti jechi (adabbii) mirkanaa’uuf (isa buufne).

Explanation & meanings · 1
  1. ka qalbiin isaa iimaanaan jiratte jechuutu itti fedhame.