Skip to content
سَبإ /

Ayah 12

34 : 12

Ayah 12 of سَبإ (34 : 12). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

سَبإ Ayahs 54
Surah · سَبإ
oromoo · Ababor
34 : 12

وَلِسُلَيۡمَٰنَ ٱلرِّيحَ غُدُوُّهَا شَهۡرٞ وَرَوَاحُهَا شَهۡرٞۖ وَأَسَلۡنَا لَهُۥ عَيۡنَ ٱلۡقِطۡرِۖ وَمِنَ ٱلۡجِنِّ مَن يَعۡمَلُ بَيۡنَ يَدَيۡهِ بِإِذۡنِ رَبِّهِۦۖ وَمَن يَزِغۡ مِنۡهُمۡ عَنۡ أَمۡرِنَا نُذِقۡهُ مِنۡ عَذَابِ ٱلسَّعِيرِ

Suleeymaaniifis bubbee (laaffifne) (tan) waaree dura (karaa) ji’a tokkoo deemtuufi waaree boodas (karaa) ji’a tokkoo balaliituu. Madda sibiilaas (nahaasaas) isaaf yaafnee jirra. Jinnoota irraa warra hayyama Gooftaa Isaaniitiin fuuldura isaatti hojjatantu jira. Isaan irraa kan ajaja keenya irraa dabe, adabbii ibidda boba’aa irraa ta’e isa dhandhamsiifna.