Skip to content
الرُّوم /

Ayah 52

30 : 52

Ayah 52 of الرُّوم (30 : 52). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الرُّوم Ayahs 60
Surah · الرُّوم
oromoo · Ababor
30 : 52

فَإِنَّكَ لَا تُسۡمِعُ ٱلۡمَوۡتَىٰ وَلَا تُسۡمِعُ ٱلصُّمَّ ٱلدُّعَآءَ إِذَا وَلَّوۡاْ مُدۡبِرِينَ

(Yaa Muhammad!) ati du’aa hin dhageessiftu. Nama duudaawwanis waamicha hindhageessiftu, yeroo isaan of duuba deebi’anii garagalan.