Skip to content
آل عِمران /

Ayah 172

3 : 172

Ayah 172 of آل عِمران (3 : 172). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

آل عِمران Ayahs 200
3 : 172

ٱلَّذِينَ ٱسۡتَجَابُواْ لِلَّهِ وَٱلرَّسُولِ مِنۢ بَعۡدِ مَآ أَصَابَهُمُ ٱلۡقَرۡحُۚ لِلَّذِينَ أَحۡسَنُواْ مِنۡهُمۡ وَٱتَّقَوۡاْ أَجۡرٌ عَظِيمٌ

(Isaan) warra erga madaan isaan tuqee booda Rabbiifi ergamaaf awwaataniidha. Isaan irraa warra toltuu hojjataniifi Rabbiin sodaataniif mindaa guddaatu jira.