Skip to content
آل عِمران /

Ayah 167

3 : 167

Ayah 167 of آل عِمران (3 : 167). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

آل عِمران Ayahs 200
3 : 167

وَلِيَعۡلَمَ ٱلَّذِينَ نَافَقُواْۚ وَقِيلَ لَهُمۡ تَعَالَوۡاْ قَٰتِلُواْ فِي سَبِيلِ ٱللَّهِ أَوِ ٱدۡفَعُواْۖ قَالُواْ لَوۡ نَعۡلَمُ قِتَالٗا لَّٱتَّبَعۡنَٰكُمۡۗ هُمۡ لِلۡكُفۡرِ يَوۡمَئِذٍ أَقۡرَبُ مِنۡهُمۡ لِلۡإِيمَٰنِۚ يَقُولُونَ بِأَفۡوَٰهِهِم مَّا لَيۡسَ فِي قُلُوبِهِمۡۚ وَٱللَّهُ أَعۡلَمُ بِمَا يَكۡتُمُونَ

Isaan munaafiqoomaniakka beekuufi (ifa baasuufi) kan isaaniin jedhame “kottaa; karaa Rabbii keessatti lolaa; yookiin ofirraa ittisaa”. nijedhan “nuti odoo lola beeknee silaa isin hordofna turre”. Isaan guyyaa san iimaana caalaa kufriitti irra dhihaatoodha. Waan onneelee isaanii keessa hin jirre afaanoowwan isaaniitiin jedhu. Rabbiin beekaa waan isaan dhoksaniiti.