Skip to content
آل عِمران /

Ayah 163

3 : 163
آل عِمران Ayahs 200
3 : 163

هُمۡ دَرَجَٰتٌ عِندَ ٱللَّهِۗ وَٱللَّهُ بَصِيرُۢ بِمَا يَعۡمَلُونَ

Isaan Rabbiin biratti sadarkaa adda addaa qabu. Rabbiinis waan isaan dalagan argaadha.