Skip to content
النَّمل /

Ayah 56

27 : 56
النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 56

۞ فَمَا كَانَ جَوَابَ قَوۡمِهِۦٓ إِلَّآ أَن قَالُوٓاْ أَخۡرِجُوٓاْ ءَالَ لُوطٖ مِّن قَرۡيَتِكُمۡۖ إِنَّهُمۡ أُنَاسٞ يَتَطَهَّرُونَ

Deebiin ummata isaas hintaane jechuu malee “Maatii Luux magaalaa keessan irraa baasaa, isaan namoota qulqulleeffatanii”.