Skip to content
النَّمل /

Ayah 20

27 : 20
النَّمل Ayahs 93
Surah · النَّمل
oromoo · Ababor
27 : 20

وَتَفَقَّدَ ٱلطَّيۡرَ فَقَالَ مَالِيَ لَآ أَرَى ٱلۡهُدۡهُدَ أَمۡ كَانَ مِنَ ٱلۡغَآئِبِينَ

Simbirroo to’atee ni jedhe: “maaliifan aduddee (Hud-hud) hin argine? Moo sila isumatu fagaattota irraa ta’e?