26 : 225 أَلَمۡ تَرَ أَنَّهُمۡ فِي كُلِّ وَادٖ يَهِيمُونَ Isaan sulula (oduu) hunda keessa akka seenan hin agartuu?