Skip to content
Almu’uminuun /

Ayah 104

23 : 104

Ayah 104 of Almu’uminuun (23 : 104). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

Almu’uminuun Ayahs 118
Surah · Almu’uminuun
oromoo · Ababor
23 : 104

تَلۡفَحُ وُجُوهَهُمُ ٱلنَّارُ وَهُمۡ فِيهَا كَٰلِحُونَ

Ibiddi fuula isaanii ni gubdi, Isaanis achi keessatti soqolamoodha (fuulaa fokkatoota).

Explanation & meanings · 1
  1. soqolamoo jechuun nama hidhiin jalaa irraa gadidachaatee gadi harkifamtee ilkeen dirretti baatee fakkate jechuudha.