Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 29

2 : 29
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 29

هُوَ ٱلَّذِي خَلَقَ لَكُم مَّا فِي ٱلۡأَرۡضِ جَمِيعٗا ثُمَّ ٱسۡتَوَىٰٓ إِلَى ٱلسَّمَآءِ فَسَوَّىٰهُنَّ سَبۡعَ سَمَٰوَٰتٖۚ وَهُوَ بِكُلِّ شَيۡءٍ عَلِيمٞ

Inni (Rabbiin) Isa waan dachii keessa jiru hunda isiniif uumee, ergasii gara samii ol ta’ee, samii torba isaan taasiseedha. Inni waan hunda akkaan beekaadha.