Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 225

2 : 225
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 225

لَّا يُؤَاخِذُكُمُ ٱللَّهُ بِٱللَّغۡوِ فِيٓ أَيۡمَٰنِكُمۡ وَلَٰكِن يُؤَاخِذُكُم بِمَا كَسَبَتۡ قُلُوبُكُمۡۗ وَٱللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٞ

Rabbiin dogoggoraaf isin hinqabu kakuu keessan keessatti.Garuu waan onneenneewan keessan hojjataniif isin qaba. Rabbiin araaramaa, obsaadha.