Skip to content
البَقَرَة /

Ayah 160

2 : 160
البَقَرَة Ayahs 286
2 : 160

إِلَّا ٱلَّذِينَ تَابُواْ وَأَصۡلَحُواْ وَبَيَّنُواْ فَأُوْلَٰٓئِكَ أَتُوبُ عَلَيۡهِمۡ وَأَنَا ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ

warra tawbatanii, hojii gaarii hojjatanii, (dhugaa dhoksan san) ifatti mul’isan malee. warra san tawbaa isaanii isaanirraan qeebala, Ani akkaan tawba-qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha.