Skip to content
الكَهف /

Ayah 65

18 : 65

Ayah 65 of الكَهف (18 : 65). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

الكَهف Ayahs 110
Surah · الكَهف
oromoo · Ababor
18 : 65

فَوَجَدَا عَبۡدٗا مِّنۡ عِبَادِنَآ ءَاتَيۡنَٰهُ رَحۡمَةٗ مِّنۡ عِندِنَا وَعَلَّمۡنَٰهُ مِن لَّدُنَّا عِلۡمٗا

Gabricha gabroota keenya irraa ta’e, argan, kan Nuti nu biraa rahmata isaaf kennineefi beekumsa Nubiraa ta’e isa barsiifne.

Explanation & meanings · 1
  1. namni isaan itti dhufan kuni maqaan isaa khadar jedhama, aalima nama Rabbiin ilmii guddoo barsiise. tanaaf muusaan irraa barachuu barbaadee dubbise.