16 : 84
وَيَوۡمَ نَبۡعَثُ مِن كُلِّ أُمَّةٖ شَهِيدٗا ثُمَّ لَا يُؤۡذَنُ لِلَّذِينَ كَفَرُواْ وَلَا هُمۡ يُسۡتَعۡتَبُونَ
Guyyaa ummata hunda irraa ragaa kaafnu [yaadadhaa]. Sana booda isaan kafaraniif (akka haasa’an) hayyamamu, (Komii dhiifama qabus) hin komatamanu.