Skip to content
النَّحل /

Ayah 62

16 : 62

Ayah 62 of النَّحل (16 : 62). This page carries the verse in the Uthmani script with a translation of its meaning, at a stable URL that can be cited on its own.

النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 62

وَيَجۡعَلُونَ لِلَّهِ مَا يَكۡرَهُونَۚ وَتَصِفُ أَلۡسِنَتُهُمُ ٱلۡكَذِبَ أَنَّ لَهُمُ ٱلۡحُسۡنَىٰۚ لَا جَرَمَ أَنَّ لَهُمُ ٱلنَّارَ وَأَنَّهُم مُّفۡرَطُونَ

Waan ofii jibban Rabbiif taasisu Arraboonni isaanii kijiba dubbatti,“Toltuun (Jannanni) isaaniifi” (jechuun).akka Ibiddi isaaniif ta’e shakkiin hin jiru. isaan (gara ishee) jalqaba oofamoodha.