Skip to content
النَّحل /

Ayah 56

16 : 56
النَّحل Ayahs 128
Surah · النَّحل
oromoo · Ababor
16 : 56

وَيَجۡعَلُونَ لِمَا لَا يَعۡلَمُونَ نَصِيبٗا مِّمَّا رَزَقۡنَٰهُمۡۗ تَٱللَّهِ لَتُسۡـَٔلُنَّ عَمَّا كُنتُمۡ تَفۡتَرُونَ

Waan Nuti isaaniif kennine irraa waan hin beekneef qooda taasisu. Rabbitti kakadhee! waan (sobaan) odeessaa turtan irraa ni gaafatamtu.