15 : 78
وَإِن كَانَ أَصۡحَٰبُ ٱلۡأَيۡكَةِ لَظَٰلِمِينَ
warri eeykaa (bosonaa) dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an.
Explanation & meanings · 1
- isaan ummata nabi shu'eybi itti ergameedha.