(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu).
Miqdaam ibnu ma'adii karib -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Nabiyyii irraa akka odeessetti -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- akkana jedhan:
(Namni tokko yeroo obboleessa isaa jaallate akka isa jaallatu isatti haa himu).
«إِذَا أَحَبَّ الرَّجُلُ أَخَاهُ فَلْيُخْبِرْهُ أَنَّهُ يُحِبُّهُ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- hadiisa kana keessatti tokkoo sababoowwan hariiroo gidduu mu'umintootaa cimsituu fi tan jaalala gidduu isaaniitti facaaftu ibsan, innis namtichi yeroo obboleessa isaa jaallatetti akka isa jaallatu isatti haa himu jechuudha.
Faayidaa duniyaatiif osoo hin taane sadarkaa Jaalalli qulqulluun Rabbii ol ta'eef jechaa qabuudha.
Jaalallii fi walitti dhufeenyi akka dabaluuf Nama Rabbiif jecha jaallatan akka isa jaallatan Isatti himuun jaallatamaa ta'uudha.
Mu'umintoota gidduutti jaalala facaasuun obbolummaa iimaanaa jabeessa, akkasumas diigamuu fi adda ba'uu irraa hawaasa tiksa.
Sunana Abbaa Daawuud (7/ 444) (5124).
Sunana Tarmizii (4/ 199) (2392).
Sunana Kubraa kan Nasaa'ii (9/ 87) (9963).
Musnada Ahmad (28/ 408) (17171).
Dabalata (12)
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 450).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل المبارك (ص258).
رياض الصالحين للنووي.
(ص138) (383).
سلسلة الأحاديث الصحيحة وشيء من فقهها وفوائدها.
للألباني (1/ 777).
فيض القدير شرح الجامع الصغير.
للمناوي (1/ 247).
كنوز رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (6/ 279).