"Namni rizqiin isaa akka ballifamuuf, umuriin isaa akka dheereffamuuf jaallate, firooma isaa haa fufu (maxxanfatuu)".
Anas ilma Maalik irraa akka odeeffametti -Rabbiin isa irraa haa jaallatu- Ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
"Namni rizqiin isaa akka ballifamuuf, umuriin isaa akka dheereffamuuf jaallate, firooma isaa haa fufu (maxxanfatuu)".
«مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ziyaaraan, gargaarsa qaamaa fi qabeenyaatii fi kan birootiin firoowwan fufuutti kakaasani, isiin rizqiin bal'achuu fi umuriin dheerachuuf sababaadha.
...:
Firooma jechuun firottawwan karaa abbaa fi haadhaatiin jiranuudha, hanguma fira irra dhihoo ta'een fufuutti irra caalaa ta'a.
Mindaan fakkaatadhuma hojiiti, namni firummaa isaa gaarii fi toltuun fufe, Rabbiin immoo rizqii isaatii fi umurii isaati isaaf fufa.
Firooma fufuun rizqiin diriirfamuu fi bal'ifamuuf sababaadha, akkasumas dheerachuu umuriitiifis sababaadha, umurii fi rizqiin murtaa'aa yoo ta'ellee garuu barakaan rizqii fi umurii keessatti godhamuun ta'a, umurii isaa keessatti waan namni biraa hojjatu kan caaluu fi irra kan bu'aa qabu hojjata, akkasumas umurii fi rizqiin dabaluun dabaliinsa dhugaatis jedhameera. Rabbuma qofaatu beeka.
Sahiiha Bukhaarii (8/ 5) (5986).
Sahiiha Muslim (4/ 1982) (2557).
Dabalata (10)
توضيح الأحكام من بلوغ المرام.
للبسام (7/ 320).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (3/ 188).
فتح ذي الجلال والإكرام شرح بلوغ المرام.
لابن عثيمين (6/ 275).
تطريز رياض الصالحين.
لفيصل المبارك (ص224).
منحة العلام في شرح بلوغ المرام.
لعبد الله الفوزان (10/ 81).
Cited in books
7 BooksDabalata (7)
- الله -جل جلاله- أنيس المحبين وملاذ القاصدين«مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ؛ فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ»
- المنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح - المعتمدالمنتقى من المتجر الرابح في ثواب العمل الصالح“من أحب أن يبسط له في رزقه، وينسأ له في أثره فليصل رحمه”.
- النفحات المكية في تفسير كتاب رب البريةالجزء الثاني والعشرون«مَنْ سَرَّهُ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ»([2])،
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 2« مَنْ أَحَبَّ أنْ يُبْسَطَ له في رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ في أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رحِمَهُ».
- مجموعة زاد الحديث(2)1«مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، وَيُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ».
- مجموعة زاد الحديث(2)1(مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ...)
- مشروع منهاج زادكزادك 2 طالب نهائي«مَنْ أَحَبَّ أَنْ يُبْسَطَ لَهُ فِي رِزْقِهِ، ويُنْسَأَ لَهُ فِي أَثَرِهِ، فَلْيَصِلْ رَحِمَهُ»