«Mu’uminni dhiiraa tokko mu’umina dubartii hin jibbin, yoo amala ishee tokko jibbe kan biraa irraa jaalata»
Abuu Hureyraa irraa odeeffamee Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- akkas jedhan:
«Mu’uminni dhiiraa tokko mu’umina dubartii hin jibbin, yoo amala ishee tokko jibbe kan biraa irraa jaalata» Yookaan akkana jedhan: «kan biroo».
«لَا يَفْرَكْ مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ» أَوْ قَالَ: «غَيْرَهُ».
Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- abbaan manaa haadha manaa isaa jibbaa ishee miidhee ishee dhiisuu fi irraa gargaluu biraan isa gayu jibbuu irraa dhoorgan; Sababni isaas ilmi namaa hir'ina irratti uumame waan ta'eef jecha, amala badaa tokko yoo kan irraa jibbu ta'e amala biraa gaarii irraa arga ta'a, Amala gaarii irraa arge sana ni jaallata, amala badaa san irratti obsa, kun akka inni obsa qabaatu fi jibbaa sadarkaa ishee waliin adda bahuu biraan isa gayu akka ishee hin jibbine isa taasisa.
لا يفرك: لا يبغض.
Waldhabdee haadha manaa isaa wajjiin ka’u kamiyyuu keessatti haqa hojjechuu fi sammuu hojjechiisuutti mu'umina waamuudha, akkasumas miira hin taane fi lola keessa galuu dhabuutti isa waamuudha.
Haalli nama mu’uminaa tokko irraa eegamu mu’umina dubartii takka jibbaa isheen gargar bahutti isa geessu ishee jibbuu osoo hin taane, wanta irraa jaalatu ilaalee waan jibbu bira darbuudha.
Abbaa manaa fi haadha manaa haala fi saahibummaa gaariin waliin jiraachuu irratti kakaasuudha.
Iimaana qabaachuun gara haala gaggaarii qabaachuutti nama waama, Mu'uminni dhiiraa fi dubartiinis amala gaarii qabaachu irraa duwwaa hin ta'an; sababni isaas Iimaanni amaloonni gaggaariin isaan keessa jiraachuu waan gaafatuuf jecha.
Sahiiha Muslim (2/ 1091) (1469).
Dabalata (9)
بهجة الناظرين شرح رياض الصالحين.
لسليم الهلالي (1/ 359).
شرح رياض الصالحين.
لابن عثيمين (3/ 122).
فتح رب البرية بتلخيص الحموية.
لابن عثيمين (ص117).
مجموع فتاوى ابن باز (25/ 246).
نزهة المتقين شرح رياض الصالحين.
لمجموعة من الباحثين (1/ 282).
Cited in books
7 BooksDabalata (7)
- الدعاء ويليه العلاج بالرقى من الكتاب والسنةالرقى من الكتاب والسنة«لا يَفْرَكْ مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا، رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ»[٦٣].
- رياض الصالحينرياض الصالحين مع فوائد وهدايات - 2«لا يَفْرَكْ مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً؛ إنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقاً رَضيَ مِنْهَا آخَرَ» أَوْ قَالَ: «غَيْرَهُ».
- مجموعة زاد التربية الإسلامية (3)، والسيرة النبوية (3)السيرة النبوية (3)«لا يَفْرَكْ -أي: لا يُبغِضْ- مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْها خُلُقًا رَضِيَ مِنْها آخَرَ».
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«لَا يَفْرَكْ (يبغض ويَكرَهُ) مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ»
- مشروع منهاج زادكزادك 3 طالب نهائي«لَا يَفْرَكْ مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ» (رواه مسلم 1469).
- نبراس طالب (5)1«لَا يَفْرَكْ (يبغض ويَكرَهُ) مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ»
- نبراس طالب (5)1«لَا يَفْرَكْ مُؤْمِنٌ مُؤْمِنَةً، إِنْ كَرِهَ مِنْهَا خُلُقًا رَضِيَ مِنْهَا آخَرَ»