«Namni waa himaa bira dhufee waan tokko irraa isa gaafate, salaanni halkan afurtamaa isaaf hin qeebalamu».
Garii haadholee manaa nabiyyii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- irraa akka odeeffametti nabiyyiin-Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani:
«Namni waa himaa bira dhufee waan tokko irraa isa gaafate, salaanni halkan afurtamaa isaaf hin qeebalamu».
«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً».
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- waa himtuu bira deemuu irraa sodaachisani -inni maqaa wolii galaa raagduu, nama urjii ilaaluun waa himuu, nama cirracha irratti hundaa'uun raaguu fi kanneen jara fakkaatan biroo, worreen beekumsa fagoo beekuu isaaniitiif haal duree hojjataniin ragaa taasifatanuuti- waan tokko waan beekumsa fagoo irraa ta'e tokko gaafachuudhuma qofaan Rabbiin mindaa salaata isaa guyyaa afurtamaaf isa dhoorgata; badii fi dilii guddaa kana irratti isa adabuuf jecha.
...:
raaguun, nama raagu bira deemuu fi waan beekumsa fagoo irraa isaan gaafachuun haraama ta'uu isaa.
ilmi namaa mindaa Rabbiin buluu isaa adabbii badii isaatiif jecha dhorgatamuutu mala.
urjiiwwan laakkaa'uu fi isii ilaaluu kan jedhamus hadiisicha keessa seena, akkasuma ganaa fi siinii dubbisuunis -maalummaa isaa baruufillee yoo ta'e-; sun hundi raagaa fi beekumsa fagoo himachuu irraa waan ta'eef jecha.
adabbiin nama waa himtuu bira deemuu kana yoo ta'e, mindaan waa himtuu sanii immoo akkam haa ta'u?
salaanni guyyaa afurtamaa dirqamummaa buusuuf ni geessi qadaa isii baasuun dirqama hin ta'u, garuu immoo mindaa hin qabdu.
Sahiiha Muslim (4/ 1751) (2230).
Musnada Ahmad (27/ 197) (16638).
Dabalata (4)
الجديد في شرح كتاب التوحيد.
للقرعاوي (ص238).
الملخص في شرح كتاب التوحيد.
للفوزان (ص213).
Cited in books
12 BooksDabalata (12)
- التوحيد في ضوء عقيدة الإمام الشافعي رحمه الله ونصوصه ومروياته"من أتى عرافا فسأله عن شيء فصدقه، لم تقبل له صلاة أربعين يوما".([125])
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهمالصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ، لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً»[410].
- الصلاة التي علمها النبي ﷺ الصحابة رضي الله عنهم«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ، لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً»[410].
- حكم السحر والكهانة(من أتى عرَّافاً فسأله عن شيء لم تقبل له صلاة أربعين يوماً)
- حكم السحر والكهانة(من أتى عرافاً فسأله عن شيء لم تقبل له صلاة أربعين ليلة)
- حكم السحر والكهانة(من أتى عرافاً فسأله عن شيء لم تقبل له صلاة أربعين يوماً)،
- حكم السحر والكهانة(من أتى عرافاً فسأله عن شيء لم تقبل له صلاة أربعين ليلة)
- عقيدة الأئمة الأربعة«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ، لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً»
- قاموس الكبائر موسوعة الكبائر - المجموعة الأولى«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً» [146].
- قاموس الكبائر«مَنْ أَتَى عَرَّافًا فَسَأَلَهُ عَنْ شَيْءٍ لَمْ تُقْبَلْ لَهُ صَلَاةٌ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً» [146].
- محرمات استهان بها كثير من الناسمن أتى عرافا فسأله عن شئ لم تقبل له صلاة أربعين ليلة
- مختصر نظـرات حول اضطرابات النفس وعلاجها من منظور شرعي(من أتى عرافاً فسأله عن شيء لم تقبل منه صلاة أربعين ليلة).